Search
@BINI BLACK AFRICA ATILET FAYISA LELISA!
- faanaarti
- Aug 15, 2018
- 1 min read
Gootota fi qabsa,oota keenyaaf Akkuma biyyoota guddatanitti utuu lubbuun jiranii sidaan isaaniif dhabachuu qaba. Mallattoo Qeerroon harkaa qullaa isaa walqaxaamurun qawwee faashitootaa fuundura dhaabatee yaadachuunis dirqamaa. ==================================== Mee Sidaa Fayisaa Leellisaa kanatti yadaa kenaa Eessatti Dhabachuu qaba kan jedhuus? ~via Ambo Times Taagal DaaqaaWaaqgaarii

Comments